Jump to content

Gaalee (biqiltuu)

Wikipedia irraa
The printable version is no longer supported and may have rendering errors. Please update your browser bookmarks and please use the default browser print function instead.
Hiddaa

Gaaleen ykn Maraca, biqiltuu dadhabaa jirma isaa ofuma isaatiin dalga guddachuu waan hin dandeenyeef qaama dhiyoo jiru kan akka jirma mukaa ykn dallaa irratti, ykn ol ka’uuf karaa tokkoon ol ba’u akkasumas akkuma warra ol ba’anii ifa aduu bira ga’uu, ykn kan purlins ta’e hundee lafa irratti rarraa’uun diriirsuu; Biqiltoonni kunniin qaama birootti maxxanuudhaaf hiddaa ( tendrils) fayyadamu.

fakkeenya ishee keessaa

Damma Jaappaan
bougainvillea jedhamuun beekama